ዛሬ ከቀዳማዊት እመቤት ዝናሽ ታያቸው እና ከፍተኛ የመንግሥት አመራሮች ጋር በመሆን፣ የክረምት በጎ አድራጎት መርሃ ግብር
ዛሬ ከቀዳማዊት እመቤት ዝናሽ ታያቸው እና ከፍተኛ የመንግሥት አመራሮች ጋር በመሆን፣ የክረምት በጎ አድራጎት መርሃ ግብርን ወደ ላቀ ከፍታ ያሸጋገረውን የቱሉ አራራ የተቀናጀ ሞዴል መንደርን በይፋ መርቀናል። ይህ ሞዴል መንደር በ7 ሺህ ካሬ ሜትር ቦታ ላይ ያረፈ ሲሆን፣ እያንዳንዱ ቤት ሁለት መኝታ ክፍሎችን ጨምሮ በአጠቃላይ አምስት ክፍሎች እንዲኖሩት ተደርጎ ደረጃውን ጠብቆ የተገነባ ነው።
መንደሩ በቤተሰብ ደረጃ ለ150 ዜጎች ምቹና ጽዱ መኖሪያ እንዲሆን ታስቦ የተዘጋጀ ሲሆን፣ የመሠረተ ልማት አቅርቦቱም የውስጥ ለውስጥ መንገድ፣ የኤሌክትሪክና የሶላር ኃይል፣ የአካል ብቃት እንቅስቃሴ ስፍራ እና የአረንጓዴ ልማት ስራዎችን ያካተተ ነው። የነዋሪዎቹን የኑሮ ደረጃ በዘላቂነት ለማሻሻል መንደሩ የምርትና የገበያ ሰንሰለትን ያካተተ የተቀናጀ አሰራርን ዘርግቷል። ይህ የልማት ስራ የወተት ላሞች እና የዶሮ እርባታን እንዲሁም የጓሮ አትክልት ልማትን አጣምሮ የያዘ ሲሆን፣ እስከ መገበያያ ስፍራ የሚደርስ የተቀናጀ የንግድ ሰንሰለት ተፈጥሮለታል።
Har’a Giiftii Duree Zinnaasha Taayyaachewfi hooggantoota mootummaa olaanaa waliin ta’uudhaan Mandara Moodeela Qindaawaa Tulluu Araaraa sagantaa tola ooltummaa gannaa gara sadarkaa olaanaatti ceesise ifatti eebbifneerra. Mandarri Moodeelaa kun lafa hektaara kuma 7 irra kan buufate yoo ta’u, tokkoon tokkoo manichaa kutaalee ciisichaa lama dabalatee waliigalatti kutaalee shan akka qabaatu ta’ee sadarkaasaa eeggatee kan ijaaramedha.
Mandarichi sadarkaa maatiitti lammiilee 150f mana jireenyaa qulqulluufi mijaawaa akka ta’u yaadamee kan ijaarame yoo ta’u, gama misooma bu’uraatiin daandii keessaa, humna elektiriikiifi soolaarii, bakkewwan sochii jabina qaamaafi misooma magariisaa kan of keessatti haammatedha. Sadarkaa jireenya jiraaattotaa haala waaraa ta’een fooyyessuuf mandarichi hojimaata hidhatiinsa hoomishaafi gabaa qindaawaa diriirseera. Hojiin misoomaa kun loon aannaniifi horsiisa lukkuu akkasumas misooma kuduraa qee walfaanaa kan qabate yoo ta’u, hidhati daldalaa qindaawaa hamma lafa gabaatti diriire uumameeraafi.
Together with First Lady Zinash Tayachew and senior government officials, we officially inaugurated the integrated Tulu Arara model village, which has elevated the rainy season volunteer and charity program to a higher level.
This model village is spread over an area of 7,000 square meters. Each house has been constructed to standard and contains a total of five rooms, including two bedrooms.
The village was designed to provide comfortable and dignified housing for 150 citizens at the household level. Its infrastructure provision includes internal roads, electricity and solar power, a physical fitness and recreation area, and green development initiatives. To sustainably improve the residents’ standard of living, the village has implemented an integrated system that incorporates production and market value chains. This development initiative combines dairy cattle and poultry farming along with backyard gardening, and an integrated commercial chain has been established that extends all the way to market outlets.


Previous Post
Next Post
Users Today : 9
Users Last 7 days : 265
Users Last 30 days : 1015